Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yihudaa 1:5 - Waadaa Haarawa

5 Kana mara durssitanii yeroo tokko ka beekittan yoma ta'e'llee, ummata isaa biyya Gibixiitii baasee akka isaan fayyisee fi worra hin amaninii'llee maai'ii akka isaan balleesse, isin yaadachiisu'uuf ni jaaladha.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Yoma dursitanii waan kana mara beettan ta'ellee, Gooftaan banii biyya Misiriitii attamitti akka baase, maayii worra amanuu dhaban attamitti akka balleesse isin qaabsiisuu fedha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Yoma dursitanii waan kana mara beettan ta'ellee, Gooftaan banii biyya Misiriitii attamitti akka baase, maayii worra amanuu dhaban attamitti akka balleesse isin qaabsiisuu fedha.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yihudaa 1:5
14 Referans Kwoze  

Haa ta'u malee isaan sunniin qooniqqa isaa eega dhagayaniin duubatti ka hammaatan eennu fa'a? Isaan Museen eemara'aa worra Gibixii bayan mara hin turre ree?


Yaa waahellan! Kun ka isiniif barreessu ergaa lammaffa'aat, ergaa lamaanuu ka isiniif barreesse wonittoota kanniin yaadachu'uun yaada qajeelaa akka qabaattan, isin kakaasu'uuf jedheeti.


Wonittoota tokko tokko isin yaadachiisu'uuf barbaadee ergaa kana akkaataa kennaa isaa ka bilisaa ka Waaqinni naaf kenneetiin, uggiinsaan isiniif ni barreesse.


Isin garuu Krirstos Hafuura Qulqullu'uun isaan dibee jira. Kanaaf marri keessanuu waan maraa ni beekittan.


Isiniif ka barreessu dhugaa waan hin beekinneefii miti, isin ammoo dhugaa ni beekittan, dhugaa keessa'llee sobinni akka hin argaminne, ni beekittan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite