Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yihudaa 1:15 - Waadaa Haarawa

15 namoota Waaqa hin waaqeffanne saniin irratti waayee waan hamaa raawwataniitiin isaan ni adaba, Waaqinni'llee dhugamattuu kanniin cubbamoota isa hin waaqeffanne irratti, waayee isaan irratti wonittoota dubbatanii maraaf isaanitti ni murtteessa.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 kun nama maraa irratti murteessu'uuf; akkasuma worra dhiban maraa karaa dharaa ka hujanii fi waan hammeennaa ka isa irratti dubbataniif dubbii arrabaa maraa fi balleessaa isaanii addaataa ifa baasu'uuf.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yihudaa 1:15
35 Referans Kwoze  

Kanaaf yeroon uduu hin gayin, Gooftaan murti'iif uduu hin dhufniin duranatti eennuun irratti'llee hin murteessinaa, inni yeroo dhufutti dhossaa dukkana keessatti dhokate gara ifaa titti ni baasa, yaadinni onnee namoota keessatti dhokate'llee ni muldhisaan, yeroo sanitti tokkoon tokkoonuu Waaqa biraa galata barbaachisaa ni argata.


Kun'llee ka ta'u akkaataa wongeela ani lallabuun Waaqinni karaa Yesus Kristositiin, hujii namoonni hojjatan ka dhossa'aa irratti, guyyaa murtteessutti.


akkuma kanaan'llee seerri ka hojjatame namoota mishaawwanii akka hin ta'in ni beekinna, seerri ka hojjatame hamaaleyyi'ii fi yakkamttootaaf, worra Waaqa hin waaqeffanne cubbamootaaf, qulqullaawoma worra hin qabnnee fi worra waan hafuuraa jibbaniif, abba'aa fi haadha worra ajjeesanii fi lubbuu ajjeefttotaaf,


Eegaa, ati obboleessa kee irratti maali'iif murtteesita ree? yookiin obboleessa kee maali'iif tuffattaan? marri keennaa teessoo Waaqaa ka murti'ii durana ni dhaabanna.


Eegaa ati dhiifamaan gara Waaqaa deebi'uu dhabuu keetii fi morkkataa ta'uu keetiin, dheekkamissi Waaqaatii fi murtiin sirrii ta'e dheekkamissi Waaqaatii fi murttiin dhuga'aa guyyaa itti muldhatutti, adabbiin kee akka baayi'atu ni taasftta.


karaa nama inni filateetiin biyya lafaa mara irratti dhuga'aan guyyaa itti murtteessu muree jira, kana'llee maraafuu ka mirkkaneesse nama filate san du'aa kaasuu isaatiin.»


Ilma Namaa ta'uu isaatiin'llee, murtii akka muritteessuuf aangoo kenneefii jira.


Ragaa wonittoota kanniinii ka ta'e, «Dhugamaanuu, dadafaan ni dhufa!» jedha. Ameen, yaa Gooftaa Yesus koottu!


Bineenssi bira'aa ammoo arddii keessaa yoo bayu ni arge, inni'llee akka hoola'aa gaafota lamaa ni qaba ture, haasofnni isaa'llee akkuma xara'aa ni ture,


Namoonni kunniin yeroo maraa ka guungumanii fi womaanuu ka hin gammanne, fedhii mataa isaanii hamaa ka horddofan, afaan isaanii jecha ufi tuulumma'aatiin ka guuttame, faayiddaa mataa isaanii barbaadu'uuf nama ni shelatan.


Waayee namoota ala jiraniitiif ka murteessu Waaqa, eegaa akka kitaabnni jedhu «Nama hamaa jidduu keessanii baasaa.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite