Ergaa Yihudaa 1:1 - Waadaa Haarawa1 Tajaajilaan Yesus Kristositii fi obboleessa Yaaqoobii ka ta'e Yihudaa irraa, Worra waamamittan, Waaqa Abba'aatiin ka jaalatamttan, Yesus Kristosiin ka eegamttan maraaf, Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 Garbichi Yesuus Kiristoosii obboleessi Yaaqoobii Yihuudaan, worra Rabbii Aabba'aan jaalatamanii Yesuus Kiristoosiif waamamanii eegaman maraaf, Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Garbichi Yesuus Kiristoosii obboleessi Yaaqoobii Yihuudaan, worra Rabbii Aabba'aan jaalatamanii Yesuus Kiristoosiif waamamanii eegaman maraaf, Gade chapit la |
Magaalaa Qorontoosii titti ta argamttu woldaya amanti'ii ka Waaqaatiif, keessa isi'ii titti'llee Kristos Yesusiin worra qulqullaayanii fi worra qulqullaayomota akka ta'aniif waamamaniif, akkuma kana bakka marattuu isaanii fi nu'uu Gooftaa ka ta'e, maqaa Gooftaa keenna Yesus Kristosii worra waaman maraaf,