Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 5:6 - Waadaa Haarawa

6 Qulqullicha dharaan itti ni muritteessitan, ni ajjeefttaniin'llee, inni'llee isiniin hin mormmu.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

6 Isin nama qajeelaa isin hin morminetti murteessitanii ajjeeftaniirtan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Isin nama qajeelaa isin hin morminetti murteessitanii ajjeeftaniirtan.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 5:6
24 Referans Kwoze  

Waan tokko argachu'uuf ni hawwitan, garuu hin argattan, kanaaf nama ni ajjeefttan. Waan hin kadhanneef'llee, waan barbaaddan hin argattan.


Inni'llee ni dubbisa ka ture kutaan kitaaba Qulqullu'uu ka itti aanee jiru ture, «Inni akka hoolaa qalamu'uuf ooffamuu ni ture, riffeenissa haaddota worri ta'an'llee yoo irraa haadan'llee akkuma ilmmayyoo caldhisuu titti, inni'llee dubbachu'uuf afaan isaa hin bannanne.


Ani garuu akkana isiniin jedha, nama hamaa isin irratti raawwatu gadoo hin bayina'aanii. Garuu boqoo kee ka mirgaa ka si dhayuuf, boqoo kee ka bita'aa garagalchiif.


Kiyya ka ta'e naminni qulqullaawomaan garuu amanti'iin jireenna ni argata, gara duubaa yoo deebi'e garuu, ani isatti hin gammadu.»


Inni'llee akkana naan jedhe, Waaqinni abbootii teennaa fedhii isaa akka beekitu qulqullicha akka argituu fi qoonqqa isaa'llee akka dhageettuuf, durssee si filatee jira.


Isin garuu hiyyeeyyii ni tuffattan, worri isin gad qabanii fi worra gara mana murti'ii isin harkisan, dureeyyi'ii mitii ree?


Nabiyyoota keessan abbootiin keessaan ka hin ari'atin eennutu jira? Isaan dhufaatii qulqullaayomichaa durssanii ka dubbatan ni ajjeesaniin, isin'llee dhufaatii qulqullaayomicha kana dabarssitanii kennu'uun, ni ajjeesifttaniin.


Yeroo sanitti itti gaafatamoonni qeesotaatii fi jaarsotiin, «Barbbaan gad haa dhiifamu! Yesus haa ajjeefamu!» jedhanii, akka gaafataniif ummata wolii ni galchan.


Qotee bulttoonni garuu ilma isaa yeroo arganitti, ‹kun ammoo dhaalaa isaati, kootaa isa ajjeefinneeti, qabiyyee isaa nu'u haa dhaalluunii!› woliin ni jedhan.


Kitaabnni Qulqulluun akkuma jedhutti, «Qulqullaawomaan fayyu'uuf ka danda'u sarddamaan yoo ta'e naminni Waaqa hin waaqeffanne attam ta'u'uuf ree?»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite