Ergaa Yaaqoob 5:3 - Waadaa Haarawa3 Woriqqiin keessan fi qarshiin keessan'llee danddaayee jira, dandayuun isaa'llee ragaa isinitti ni ta'a, foon keessan'llee akka ibiddaa titti ni nyaataan, guyyoota muumme'ee kanniintti'llee qabeenna baayi'ee kuufttanii jirttan. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA3 Worqi'ii fi meetiin keessan dammeessayeera. Dammeessayuun sunillee ragaa isinitti ta'a. Foon nafa keessanii akka ibiddaatitti nyaata. Isin bara dhumaa qabeenna wolitti qabattaniirtan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Worqi'ii fi meetiin keessan dammeessayeera. Dammeessayuun sunillee ragaa isinitti ta'a. Foon nafa keessanii akka ibiddaatitti nyaata. Isin bara dhumaa qabeenna wolitti qabattaniirtan. Gade chapit la |