Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 5:15 - Waadaa Haarawa

15 Ka bifa kanaa kadhannaan amantii irratti hundaaye dhukubbisataa ni fayyisaan, Gooftaan'llee dhibee isaa irraa isa ni fayyisaan, cubbuun hojjate'llee yoo jiraatte dhiifaminni ni taasfamaaf.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

15 Kadhaan amanta'aa dhibamaa san hin fayyisa. Gooftaanillee hin kaasaan; yoo cubbuullee hujjee jiraate hin dhiifamaaf.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Kadhaan amanti'ii dhibamaa san hin fayyisa; Gooftaanillee hin kaasaan; yoo cubbuullee hujee jiraate hin dhiifamaaf.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 5:15
18 Referans Kwoze  

Isin jiddu'uu naminni rakkinni isa irra gaye yoo jiraate haa kadhatu, naminni gammade'llee yoo jiraate Waaqa galateeffachu'uun, haa faarffatu.


Kanaaf akka fayyitaniif cubbuu keessan ufii keessan wolitti himadhaa, tokkoon tokkoon'llee ka bira'aatiif haa kadhatu, kadhannaan nama Qulqullu'uu bu'aa baayi'ee ka argamissiisu, huminna ol aanaa ni qaba,


Garuu naminni womaa uduu hin shakkin amanti'iin haa kadhatu, naminni shakku bubbe'een ka dhiibamuu fi danbalii raafamu ka garba ciisa'aa ni fakkaata.


Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Amantiin keessan dhidhuu waan ta'eef, dhugamaan isiniin jedha, amantii firii suuniffa'aa geetu uduu qabatanii gaara kanaan, ‹asii ka'iitii garasi deemi!› uduu jettaniinii ni deema, wonitti isin hin danddeenne tokko'llee hin jiraatu. [


Kanaan duubatti Yesus namicha fayyiseen Mana Waaqeffanna'aa titti argateeniiti, «Kunoo, amma fayyitee jirta, wonitti kana irra hammaate akka si irra hin geenneef ammaa achitti cubbuu hin hojjatin!» jedheen.


Fedhiin ka ana ergee'llee, ka naaf kenne mara keessaa tokkoma'llee uduu hin balleessin guyyaa muumme'ee titti, du'aa akka isaan kaasuuf.


Namoonni biyya lafa tanaa ogummaa mataa isaaniitiin Waaqa beeku'uuf akka hin dandeenne Waaqinni ogummaa isaatiin isaanitti ni cufe, garuu akka gowumma'aa titti ka laakkayamu wongeela nu'u barsiifinnutti worra amanan fayyisu'uuf, fedhiin Waaqaa ta'ee jira.


Gooftaa Yesusiin Waaqinni du'aa kaaseen nu'llee Yesusiin woliin akka nu kaasuu fi isiniin woliin'llee, fuundura isaa titti akka nu dhiyeessu ni beekinna.


cubbamaa karaa ittiin dogoggore irraa ka deebi'u, lubbuu cubbama'aa'llee du'aa irraa ka fayyisuu fi baayi'ee cubbuu isaatiif'llee dhiifama argamisiisuuf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite