Ergaa Yaaqoob 5:13 - Waadaa Haarawa13 Isin jiddu'uu naminni rakkinni isa irra gaye yoo jiraate haa kadhatu, naminni gammade'llee yoo jiraate Waaqa galateeffachu'uun, haa faarffatu. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA13 Isin keessaa namni rakkoon irra gaye eennullee yoo jiraate inni haa kadhatuu. Ka gammade eennullee yoo jiraate inni haa faarsuu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu13 Isin keessaa namni rakkoon irra gaye eennullee yoo jiraate inni haa kadhatuu. Ka gammade eennullee yoo jiraate inni haa faarsuu. Gade chapit la |
Yaa obboleeyyan! Eegaa maal raawwachuu qabnna? Kadhanna'aaf yeroo wolitti qabamittanitti isin keessaa tokko kennaa faarffanna'aa ni qaba, ka bira'aa kennaa barsiisu'uu ni qaba, tokko waan dhossaa ta'e ibisu'uuf kennaa ni qaba, tokko kennaa afaan adda addaatiin dubbachu'uu ni qaba, ka bira'aa kennaa hiiku'uu ni qaba, eegaa kennaan kun marrinuu ka kristaanota ijaaru ta'uu qaba.