Ergaa Yaaqoob 5:11 - Waadaa Haarawa11 Akkuma kana isaan worri obissaan jabaatanii dhaabatan, «Ka eebbifaman» isaaniin ni jenna, Iyyoob attamitti akka obisse dhageettanii jirttan. Gooftaan'llee muummee irratti waan mishaa isaaf raawwate argitanii jirttan, kanaan'llee Gooftaan dhiifama taasisa'aa fi gara laafessa ta'uu isaa beekittannii jirttan. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA11 Worra obsaan dhaabatan eebbifamtoota isaaniin jenna. Iyoobillee obsee akka Gooftaan raawwateef dhageettanii argitaniirtan; sababnillee waan Gooftaan araarama'aa fi garalaafessa ta'eef. Gade chapit laKitaaba Woyyuu11 Worra obsaan dhaabatan «eebbifamtoota» isaaniin jenna. Iyyoob obsee akka Gooftaan raawwateef dhageettanii argitaniirtan; sababnillee waan Gooftaan araarama'aa fi gara laafessa ta'eef. Gade chapit la |