Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 4:9 - Waadaa Haarawa

9 Sarddamaa, gaddaa, booyaa, kolffi keessan gara booyaa titti, gammachuun keessan'llee gara gaddaa titti haa jijjiiramu.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Cinqama'a, gadda'a, booya'a kolfi keessan gara gaddaa, gammachuun keessanillee gara gadda haa jijjiiramuu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Cinqamaa'a, gaddaa'a, booyaa'a kolfi keessan gara gaddaa, gammachuun keessanillee gara gaddaa haa jijjiiramuu.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 4:9
25 Referans Kwoze  

Waaqinni jajjabinna waan isaanii kennuuf, worri gaddan ka eebbifaman.


Isin amma worri quufttan, maa'ii ni beelofttaniitii, isinii uunsha'a! isin worri amma kolftan, maa'ii waan gadditanii fi waan boottaniif, isinii uunsha'a!


«Abrahaam garuu akkana jedheen, ‹yaa ilma kiyya, ati bara jireenna kee ka biyya lafaa titti waan mishaa baayi'ee argattee akka gammade yaadadhu, Alaazaar garuu rakkinna irra ture, kanaaf amma inni asitti yoo gammadu ati ni makkaraartta.


Isin amma worri beelofttan, maa'ii ni quufttaniitii ka eebbifamittan! isin amma worri boottan, maa'ii waan kolftaniif ka eebbifamittan!


Inni'llee, «Raawwiin namoota hamaaleyyii kanniinii ka hammaate ni taasisa. Bakka biqilttuu woyinni'llee worra callaa yeroon isaaf kennan, qotee bulttoota bira'aatiif ni kireessa» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite