Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 4:6 - Waadaa Haarawa

6 Ta'u''llee kitaabnni, «Waaqinni ufi tuulttota ni morma, gara laafeyyi'iif garuu kennaa isaa ka bilisaa ni kenna» waan jedhuuf, kennaan bilisaa ka Waaqinni kennu, maraa ni caala.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

6 Badhaadha guddisee kenna; kanaafuu Rabbi worra uf jajuun hin morma; worra kaso'oo fi ammo badhaadha isaanii kenna.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Badhaadha guddisee kenna; kanaafuu Rabbi worra uf jajuun hin morma; worra kaso'oo ammo badhaadha kenna.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 4:6
34 Referans Kwoze  

Ka mataa isaa ol qabu ni salphata, mataa isaa ka gad qabu'llee, ol ni jedha.»


Akkuma kana isin gayeessonni! Jarsoti'iif ajajamaa, marri keessanuu mataa gad qabata akka uffataa titti uffattanii, tokko ka bira'aa haa tajaajilu, «Waaqinni ufi tuulttota ni morma, gara laafeyyi'iif garuu kennaa isaa ka bilisaa ni kenna» jedhamee, barreeffamee jiraatii.


Mataa isaa ka ol qabu ni salphata, mataa isaa ka salphisu garuu, ol ni jedha.»


qulqullaayummaa argatee gara mana isaa titti ka deebi'e ka qaraxu kana malee, Fariisichaa miti isiniin jedha, ka mataa isaa ol qabu marrinuu gadi ni jedha, ka mataa isaa gad qabu garuu ol ni jedha.»


Bulchitoota ol aanttota teessoowwan isaanii irraa, isaan buusee jira, gad aantota garuu ulfinnaan, ol isaan qabee jira.


Nama qabuuf ka caalu ni kennamaaf, ni baayi'ataaf'lle'e, nama hin qabnne irraa garuu ka qabu, irraa ni fudhatama.


Gooftaa duranatti mataa keessan gad qabadhaa, inni'llee ol isin ni qaba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite