Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 4:2 - Waadaa Haarawa

2 Waan tokko argachu'uuf ni hawwitan, garuu hin argattan, kanaaf nama ni ajjeefttan. Waan hin kadhanneef'llee, waan barbaaddan hin argattan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 Hin hawwitan isinii hin ta'u, hin ajjeeftan, jabeesitaniillee hin barbaadan, garuu argachuu hin dandeetan; wol loltan wol worantanille'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Hin hawwitan, garuu isinii hin ta'u; hin ajjeeftan, jabeessitaniillee hin barbaaddan, garuu argachuu hin dandeettan; wol loltan, wol worantanille'e.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 4:2
14 Referans Kwoze  

Haga ammaa titti isin maqaa kiyyaan womaayyuu hin kadhanne, kadhadhaa isiniif kennama, gammachuun keessan'llee muda maleessa ni ta'a.


Isin keessaa naminni ogummaan itti dhidhate yoo jiraate Waaqa haa kadhatu, Waaqinni'llee ni kennaaf, inni'llee womaa uduu garaa isa hin hanqatin maraafuu arjoomaan Waaqa arjjaa kennu.


Yesus'llee, «Kennaa Waaqaatii fi ‹bishaan ana obaasi!› ka siin jedhu eennuun akka ta'e uduu ka isa beekittu ta'ee, isa kadhachuun ka sirraa malu si ture, inni'llee bishaan jireennaa siif ni kennaa ture» jedheen.


Qulqullicha dharaan itti ni muritteessitan, ni ajjeefttaniin'llee, inni'llee isiniin hin mormmu.


Obboleesa isaa ka jibbu marrinuu ka lubbuu ajjeesu, lubbuu ajjeesaan'llee jireenna bara baraa akka hin qabnne ni beekitan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite