Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 4:13 - Waadaa Haarawa

13 Isin, «Adha yookiin boru gara magaalaa akkanaa deeminnee achi'llee woggaa tokkoof ni teenna, daldallee'llee ni buufanna» ka jettan, ufi eeggadhaa.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

13 Ammallee, «Adha yookiin boru gara qachaa sanii deemnee woggaa tokko achi jiraanna. Daldalannee bu'aa buufanna» worri jettan, asi laalaa'a!

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Ammallee worri, «Adha yookaan boru gara qachaa sanii deemnee woggaa tokko achi jiraanna. Daldalannee bu'aa buufanna» jettan, as laalaa'a!

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 4:13
11 Referans Kwoze  

Amma ammoo isin dureeyyiin! Koota'aatii dhagayaa, rakkinna makkaraarssaan waan isinitti dhufuuf, iyya'aa booyaa.


Ka gaddan'llee akka waan hin gaddinee, ka gammadan'llee akka waan hin gammadinnee ta'anii haa jiraatan, meeshaa worri bitan akka worra meeshaa hin qabnnee taasisanii, haa laakkayan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite