Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 4:10 - Waadaa Haarawa

10 Gooftaa duranatti mataa keessan gad qabadhaa, inni'llee ol isin ni qaba.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

10 Gooftaa afo'otti mataa keessan gadi uf qabaa'a. Innillee ol isin qabaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Gooftaa afo'otti mataa keessan gad uf qabaa'a. Innillee ol isin qabaa.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 4:10
19 Referans Kwoze  

Ka mataa isaa ol qabu ni salphata, mataa isaa ka gad qabu'llee, ol ni jedha.»


Eegaa yeroo Waaqinni muriteessetti ol akka isin qabuuf, harka jabaa Waaqa jalatti mataa keessan gad qabaa.


Mataa isaa ka ol qabu ni salphata, mataa isaa ka salphisu garuu, ol ni jedha.»


Bulchitoota ol aanttota teessoowwan isaanii irraa, isaan buusee jira, gad aantota garuu ulfinnaan, ol isaan qabee jira.


qulqullaayummaa argatee gara mana isaa titti ka deebi'e ka qaraxu kana malee, Fariisichaa miti isiniin jedha, ka mataa isaa ol qabu marrinuu gadi ni jedha, ka mataa isaa gad qabu garuu ol ni jedha.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite