Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 3:9 - Waadaa Haarawa

9 Isi'iin'llee Abbaa keenna Waaqa ni galateeffanna, akkuma kana isi'iin namoota fakkeenna Waaqaatiin uumaman'llee ni abaarra.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Isumaan Aabba'aa fi Gooftaallee eebbifna. Isumaan namoota fakkeenna Rabbiitiin uumamanillee abaarra.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Isumaan Aabba'aa fi Gooftaallee eebbifna; Isumaan namoota fakkeenna Rabbiitiin uumamanillee abaarra.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 3:9
34 Referans Kwoze  

Kanaaf onneen kiyya ni gammade, afaan kiyya'llee gammachu'uun ni guuttame, akkuma kana foon kiyya ka du'aa ta'e'llee abddi'iin ni jiraata,


Dhiirri bifitti Waaqaatii fi ulfinni Waaqaa'llee ka isa irratti muldhatu waan ta'eef, mataa isaa titti haguuggachuun isaan hin malu, dubarttiin garuu ulfinna dhiiraati.


afaan isaanii'llee abaarssaa fi hadhaayummaan, itti guutee jira.


Yeroo sanitti Phexiros, «Ani nama kana hin beekuun!» jedha'aa, ufi abaaruu fi kakachuu jala ni qabe. Bakkumatti lukkuun ni iyye.


Ani garuu diinota keessan jaaladhaa, worra isiin abaaran eebbisaa, worra isin jibbaniif waan mishaa taasisaa, hamaa worra isin irratti raawwatanii fi worra isin ari'aniif'llee kadhadhaa!»


Eebba samii jiru hafuurayaa maraan Kristosiin ka nu eebbise, Waaqaa fi Abbaan Gooftaa keenna Yesus Kristosii haa galateeffamu.


Yesus Kristosii sababaa du'aa ka'uu isaatiin abddii jiraataa ta'e ka nuuf kenne, dhiifama isaa ol aana'aan dhalata haarawaan ijoollee isaa ka nu taasise, Waaqaa fi Abbaan Gooftaa keenna Yesus Kristosii haa galatteeffamu,


Waaqa Abbaa duranatti qulqullu'uu fi amantii hin battaayin, «Ijoollee Abba'aa fi haati jalaa du'an, akkuma kana dubarttoota abbootiin worraa isaanii jalaa du'an rakkinna isaaniitiin isaan gargaaruu, mataa ufi'llee battaayinna biyya lafaa irraa eegu'u.»


Afaanuma tokkoo eebbaa fi abaarssi ni bayan, yaa obboleeyan! Kun ta'uun hin malu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite