Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 3:7 - Waadaa Haarawa

7 Bineensonni arddi'iitii fi sinbirroonni, lafa irra ka harkifatanii fi garba ciisaa keessa ka sosocho'an uumaan marrinuu, namaan leenjifamu'uuf ni danda'an, akkuma kana leenjifamaanii jiran.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

7 Busaayaa, simbirroonni, worri sossochoo'anii fi galaana keessa jiraatan, gosoonni uumamaa maruu namaan leenji'aman.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Busaayaa, simbirroonni, worri sosocho'anii fi worra galaana keessa jiraatan, gosoonni uumamaa maruu namaan leenji'aman.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 3:7
4 Referans Kwoze  

Yeroo baayi'ee sibiila miilaatii fi birbiraataan ni hidhama ture, garuu birbiraata kukuta'aatii fi sibiila miilaa'llee cacabsa'aa ni gata ture, kanaaf isa qabee dhaabu'uuf ka danda'u eennu'llee hin turre.


San irratti'llee beeyladoonni adda addaa garaa isaaniitiin uumamittoonni lafa irra harkifatanii fi samii irra sinbirroonni bararan'llee keessa ni turan.


Arrabnni'llee akkuma ibiddaati, arrabinni kutaalee qaamota keennaa jiddu'utti ka argamittu biyya lafaa hamttu'u, qaamnni keenna'llee ni faaltti, akka ibidda asaabaa keessaa bayuu titti'llee adeemissa jireenna keennaa mara ni gubddi.


Garuu arraba leenjisu'uuf ka danda'u eennu'llee hin jiru, summiin ajjeesu ka itti guutee fi boqannaa ka hin qabnne waan hamttu'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite