Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 3:5 - Waadaa Haarawa

5 Akkuma kana arrabinni kutaa shiikkoo qaamaa yoo taatu, wonittoota ol aanttotaan ni dhaadatti, bosonni guddaan ka gubatu ibidda shiikko'oon.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

5 Akkasuma arrabni waan diqqoo ta'ee uduu jiru waan gudda'atti dhaadata. Ibiddi diqqoon bosona guddaa attamii gubidi.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Akkasuma arrabni waan diqqoo ta'ee uduu jiru waan gudda'atti dhaadata. Ibiddi diqqoon bosona guddaa attamii gubdi.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 3:5
25 Referans Kwoze  

Namoonni kunniin yeroo maraa ka guungumanii fi womaanuu ka hin gammanne, fedhii mataa isaanii hamaa ka horddofan, afaan isaanii jecha ufi tuulumma'aatiin ka guuttame, faayiddaa mataa isaanii barbaadu'uuf nama ni shelatan.


Namoota dogoggoraan jiraatan jiddu'uu milqanii ka bayan keessaa namoota baayi'ee hin turin, tasa ka ta'e jecha ufi tuulumma'aa dubbachu'uun, kajeellaa gocha sagaagalaatiin woliin jechisiisu'uun, isaan ni soban.


Dooniin yoma guddaa ta'ee fi bubbee cima'aan ka dhiibamu yoma ta'e'llee, konkolaachisaan dooni'ii dhayata diqqittii ittiin dhayatuun, gara bakka barbaaduu titti ni oofaan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite