Ergaa Yaaqoob 3:14 - Waadaa Haarawa14 Garuu hinaaffaan hadhaaya'aa fi mataa ufii jaalatiinssi onnee isaanii keessa yoo jiraate hin dhaaninaa, dhugaa irratti'llee hin sobinaa. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA14 Hadhaan hinaaffa'aa fi wol qooduun garaa keessan keessa yoo jiraate, kanaan uf hin jajinaa'a. Dhugaa malee soba hin dubbatinaa'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu14 Hadhaan hinaaffa'aa fi wol qooduun garaa keessan keessa yoo jiraate, kanaan uf hin jajinaa'a. Dhugaa malee soba hin dubbatinaa'a. Gade chapit la |
Ani garas yeroo dhufutti yookiin akka ta'uu qabddan uduu hin ta'in, ani'llee akka isin barbaadan uduu hin ta'in, wol argina ta'a jedhee ni sodaadha, akkuma kana isin biratti wol dhabiinssi, hinaaffaan, dallansuun, mataa ufii jaalachuun, maqaa namaa balleessuu, hamtti, ufi tuulumma'aa fi jeeqamnni ni jiraata ta'a jedhee ni sodaadha.