Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 3:12 - Waadaa Haarawa

12 Yaa obboleeyyan! Mukinni harbbu'uu firii ejerssaa daraaru'uuf ni danda'a ree? Yookiin biqilttuun woyinni'ii firii harbbu'uu daraaru'uuf ni danda'aa ree? Akkuma kana bishaan hadhaayaa irraa bishaan mi'aayaan argamu'uuf ni danda'a ree?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

12 Obboleeyyan tiyya! munni hurbu'uu ejersa yookiin woyiniin hurbuu daraaruu hin dandeettii? Bisaan sooqiddaa keessaa bisaan mi'aayaan hin bayu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Obboleeyyan tiyya! munni hurbu'uu ejersa yookaan woyiniin hurbuu daraaruu hin dandeettii? Bisaan sooqiddaa keessaa bisaan mi'aayaan hin bayu.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 3:12
11 Referans Kwoze  

«Mukin marrinuu firii isaatiin waan beekkamuuf muka mishaa qabaadhaa, firiin isaa'llee mishaa ni ta'a, mukinni badaa yoo ta'e garuu firiin isaa'llee badaa ni ta'a.


Mukattii harbbu'uu takka karaa biratti argeeti gara isi'ii'llee ni dhaqe, garuu baala isi'ii malee womaayyuu irratti hin arganne. Kanaaf, «Ammaa achitti gonkumaa firiin sirratti hin argamin!» ni jedheen. Mukattiin'llee bakkumatti ni godde.


Buriqqaa tokkoo dhugaati'iif ka ta'u bishaan mi'aayaa fi bishaan hadhaayaan, burqqu'uuf ni danda'aa ree?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite