Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 3:10 - Waadaa Haarawa

10 Afaanuma tokkoo eebbaa fi abaarssi ni bayan, yaa obboleeyan! Kun ta'uun hin malu.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

10 Afaanuma tokko keessa eebbinii fi abaarsi baya. Obboleeyyan tiyya! kun garuu ta'uun hin barbaachisu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Afaanuma tokko keessaa eebbinii fi abaarsi baya. Obboleeyyan tiyya! kun garuu ta'uun hin barbaachisu.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 3:10
14 Referans Kwoze  

Worra isin ari'an'llee eebbissaa, eebbisaa malee isaan hin abaarnaa.


Eebbisaa malee hamaa bakka hama'aatiif, arraba'llee bakka arrabaatiif hin deebisinaa, isin ka waamamittan kana raawwachu'uun eebba dhaalu'uuf,


Isin amma'llee namoota fooniit, ufii keessan waan wolitti hinaafttanii fi waan wol mormmitaniif, namoota foonii ta'uu keessanii mitii ree? Ka hojjattan'llee akka nama akkanumaan jiruu tittii mitii ree?


Akkuma kana hujii malee taa'uu ni baratan, hujii malee taa'uu qofa uduu hin ta'in, mana namootaa irra naanaya'aa ka nama hamatan, dhimma namaa keessa ka aseenanii fi waan dubbachuu hin qabnne ka dubbatan ni ta'an.


Ka jaalatamttan yaa obboleeyyan! Hin sobaminaa!


Ka jaalatamttan yaa obboleeyyan! Kana hin dagatinaa, naminni marrinuu dhagayu'uuf ka dadafe, dubbachu'uu fi dalanu'uuf'llee, ka barfate haa ta'u.


Yaa obboleeyyan! Nu'u barsiisota worri taane murtii caalaa ta'e akka fudhannu ni beekittaniitii, isin keessaa baayi'eewwan barsiisota hin ta'in.


Isi'iin'llee Abbaa keenna Waaqa ni galateeffanna, akkuma kana isi'iin namoota fakkeenna Waaqaatiin uumaman'llee ni abaarra.


Buriqqaa tokkoo dhugaati'iif ka ta'u bishaan mi'aayaa fi bishaan hadhaayaan, burqqu'uuf ni danda'aa ree?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite