Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:9 - Waadaa Haarawa

9 Namoota jiddu'utti garaa garummaa yoo raawwattan garuu cubbuu ni hojjattan, seera dabrruu keessaniif'llee ni bagifatamittan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

9 Afoo namaatitti ammoo yoo ka nama wol caalchiftanii, cubbuu hojjataartan. Seeriillee akka nama yakkamaa tokkootitti isinitti murteessa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

9 Afoo namaatitti ammo yoo ka nama wol caalchiftanii, cubbuu hojjata'aartan. Seerrillee akka nama yakkamaa tokkootitti isinitti murteessa.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:9
13 Referans Kwoze  

Isaan'llee kana yeroo dhagayanitti jaarsotii irraa jala qabee, marrinuu tokko tokkoon achii ni deeman, kanaaf Yesus dubarttii isaan jidduu dhaabattee turtteen woliin, adda isaa ni hafe.


Cubbuu jechuun seera Waaqaa diiguu waan ta'eef ka cubbuu hojjatu marrinuu, seera Waaqaa ni diiga.


Kanaaf naminni kumi'llee Waaqa duranatti seera raawwachu'uun hin qulqullaayomu, seerri ka muldhisu naminni marrinuu cubbamaa ta'uu isaati.


Inni'llee yeroo dhufetti waayee cubbu'uu, waayee qulqullaayomaatii fi waayee sababa murti'ii'llee, namoota biyya lafaa ni saaxila.


Haa ta'u malee isin keessaa, ‹ati cubbama'a› jedhee ka ana gilndisu eennu? Dhugaa ka dubbadhu yoo ta'e eegaa, isin maali'iif ana hin amanne?


namoota Waaqa hin waaqeffanne saniin irratti waayee waan hamaa raawwataniitiin isaan ni adaba, Waaqinni'llee dhugamattuu kanniin cubbamoota isa hin waaqeffanne irratti, waayee isaan irratti wonittoota dubbatanii maraaf isaanitti ni murtteessa.»


Waaqaaf akka jiraadhu karaa Seeraatiin haga waan du'aan fooyamuu titti Seera irraa fooyamee jira.


Garuu tokkoon tokkoon dubbii waan Waaqinni himee uduu dubbateetii ka itti hin amanne yookiin naminni hin beekinne uduu dhufee, jecha dhagayu maraanuu ni gilndifama, akkuma kana jecha dhagayu maraanuu itti ni murttaaya.


Phexiros'llee akkana jechu'uun dubbachuu jala ni qabe, dhugamaanuu Waaqinni nama namaan akka wol hin caalchifnne ni hubadhe,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite