Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:6 - Waadaa Haarawa

6 Isin garuu hiyyeeyyii ni tuffattan, worri isin gad qabanii fi worra gara mana murti'ii isin harkisan, dureeyyi'ii mitii ree?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

6 Isin ammoo hiyyeeyyii salphiiftan; Dureeyyiin worra isin dhiphisuu mii? Gara mana murtee worri isin harkisan isaanii mii?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Isin ammo hiyyeeyyii salphiftan; Dureeyyiin worra isin dhiphisuu mii? Worri gara mana murti'ii isin harkisan isaanii mii?

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:6
38 Referans Kwoze  

Haa ta'u malee mana itti nyaatanii fi itti dhugiddan hin qabddan moo? Yookiin Mana woldaya Waaqaa ni tuffattan moo? Yookiin rakkatoota womaayyuu hin qabnne ni saalfachiifttan moo? Eegaa maal haa isiniin jedhu? Waayee kanaaf isin haa galateeffadhu moo? Gonkumaa isin hin galateeffadhu!


Haa ta'u malee qonna keessan keessa haama'aa hojjattoota oolaniif gatii isaanii waan hin kafaliniif kunoo, qooniqqi mormi'ii ka iyyaanssa isaanii ni dhagayama, iyyaanssa worra callaa sasaabddotaa'llee, Gooftaan hooma'aa dhagayee jira.


nama uffata faayaa bareedaa uffate kabaju'uun, «Asi bakka mishaa kana taa'i» ni jettaniin, hiyyeessan garuu «Ati ammoo achi dhaabadhu, yookiin miila kiyya jala taa'i» ni jettaniin,


Garuu yeroo isaan dhabanitti, Yaasonii fi amanttoota tokko tokko namoota aangoo qaban ka magaala'aa titti dhiyeessuuf, isaan harkisanii ni fidan, akkana'llee jedhaa ni iyyan ture, «Kunniin namoota biyya lafaa mara jeeqan amma ammoo garana dhufanii jiran!


Durssitoonni Yihudotaa garuu horddofttoota amantii Yihudotaa ka ta'an, dubarttoota dureeyyi'ii fi namoota ol aanttota magaala'aa ka ta'an gurmmeessanii Phaawulosii fi Barnaabaasiin irratti ari'ataminni akka ka'u ni taasisan, biyya isaaniitii'llee isaan ni baasan.


Saa'ol garuu woldaya amantii balleessuuf ni tataafata ture, manaa gara manaa titti'llee aseena'aa, amantoota dhiiraa fi dubarttootaa, harkisa'aa ni baasa ture, gara mana hidhaa'llee isaan ni galcha ture.


Qulqullicha dharaan itti ni muritteessitan, ni ajjeefttaniin'llee, inni'llee isiniin hin mormmu.


Gaalii'on bulichaa biyya Akaayiyaa ta'ee yeroo muudametti, Yihudonni tokkummaan hirmmaatanii Phaawulosiin irratti ni ka'an, gara mana murti'ii isa fidaniiti,


Yesus'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Ani sheexana hin qabu, garuu Abbaa kiyya ni kabajaan, isin garuu ana ni salphifttan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite