Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:4 - Waadaa Haarawa

4 eegaa bifa kanaan jidduu keessantti garaa garummaa akka raawwattanii fi murtii dalo'oo akka murtteesitan, isinitti hin muldhatuu ree?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

4 Ufii wol qooda'aartanii mii? Abboota seeraa ka yaada hamaa qaban ta'uu keessanii mii?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Ufii wol qooda'aartanii mii? Abboota seeraa ka yaada hamaa qaban ta'uu keessanii mii?

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:4
12 Referans Kwoze  

Murtii dhuga'aa murteessaa malee, fuula namaa laalttanii dalo'oon hin murtteesinaa» isaaniin jedhe.


Yaa obboleeyyan! Ufii keessan wol hin hamatinaa, nama ka hamattu yookiin nama irratti ka murtteessu seera ni hamata, seera irratti'llee ni murtteessa, seera irratti yoo murtteessite ammoo murtteessaa ta'uu keeti malee, seera raawwata'aa miti.


Itti aansee'llee Gooftaan Yesus akkana ni jedhe, «Abbaan seeraa hamaan waan dubbate hubadhaa,


Garuu ogummaan Waaqa biraa argamu jalqaba qulqullu'u, itti aanssee'llee nagaya jaalataa, misha'aa, ajajamaa, dhiifama taasisaa, ka firiin mishaan itti guute, dalo'oo fi fakkeessitummaa ka hin qabnne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite