Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:3 - Waadaa Haarawa

3 nama uffata faayaa bareedaa uffate kabaju'uun, «Asi bakka mishaa kana taa'i» ni jettaniin, hiyyeessan garuu «Ati ammoo achi dhaabadhu, yookiin miila kiyya jala taa'i» ni jettaniin,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Ka uffata bareedaa uffate laaltanii, «Ati hulee mishaa kana taa'i» yoo jettaniin, hiyyeessa uffata xuri'ii saniin ammoo, «Ati achi dhaabadhu yookiin luka kiyya jala taa'i» yoo jettaniin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Ka uffata bareedaa uffate laaltanii, «Ati hulee mishaa kana taa'i» yoo jettaniin; hiyyeessa uffata xuri'ii saniin ammo, «Ati achi dhaabadhu yookaan luka kiyya jala taa'i» yoo jettaniin,

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:3
8 Referans Kwoze  

Isin kennaa bilisaa ka Gooftaa keenna Yesus Kristosii ni beekittan, inni yoma dureessa ta'e'llee hiyyeessa ta'uu isaatiin, isin dureeyyii akka taataniif waayee keessaniif jedhee hiyyeessa ni ta'e.


Isin garuu hiyyeeyyii ni tuffattan, worri isin gad qabanii fi worra gara mana murti'ii isin harkisan, dureeyyi'ii mitii ree?


Namoonni kunniin yeroo maraa ka guungumanii fi womaanuu ka hin gammanne, fedhii mataa isaanii hamaa ka horddofan, afaan isaanii jecha ufi tuulumma'aatiin ka guuttame, faayiddaa mataa isaanii barbaadu'uuf nama ni shelatan.


Heerodis'llee lolttoota isaa woliin ta'ee tuffi'iin itti ni baldde, uffata faaya itti uffisee'llee deebisee gara Philaaxosii ni ergeen.


Fakkeennaaf naminni lamaa gara bakka itti wolgeettanii titti ni dhufan, tokkochi quba isaa titti qubee worqqi'ii ka godhatee fi uffata bareedu faayaa ka uffatee jiru dureessa, ka bira'aa uffata xuraaye moofaa ka uffate hiyyeessa,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite