Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:25 - Waadaa Haarawa

25 Sagagalittittiin Rahaab ergamoota worra Israa'eelii mana isi'ii titti yeroo simattettii fi karaa biraatiin'llee akka deemaniif yeroo isaan taasfttetti, isiin hujii isi'iitiin qulqullaawomttee hin turree ree?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

25 Akkasuma seebartuun Ra'aab ammoo ergamoota simattee karaa biraatiin hennaa ergite, huji'iin qajeeltuu hin taanee?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Akkasuma seebartuun Ra'aab ammo ergamtoota simattee karaa biraatiin hennaa ergite, huji'iin qajeeltuu hin taanee?

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:25
15 Referans Kwoze  

Sagaagalittuun Rahaabiin doowattoota nagayaan waan isaan simatteef worra hin ajajaminneen woliin du'uu jalaa irraa ka hafitte, amanti'iin.


Eegaa ijoollee kaniin lamaan keessaa, ka ajaja abbaa isaa raawwate kamii?» Isaan'llee, «Ka jalqabaati kaa!» jedhan. Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Dhugamaan isiniin ni jedha, cubbamoonnii fi sagaagalttoonni gara Mootummaa Waaqaa titti galu'uun, isin ni durssan.


Salamoon Boazin dubarttii Rahaab jedhamttu irraa ni uumate, Boazin Yoobeedin Ruut dubarttii jedhamttu irraa, Yoobeed Iseyin ni uumate.


Kanaaf amantiin hujiin woli'iin wolii akka turee fi amantiin'llee huji'iin muda maleessa akka ta'e, ni argitaa ree hin?


Garuu, «Ati amantii ni qabdda, Ani'llee hujii mishaa ni qaba» ka jedhu yoo jiraate, «Amantii kee hujii irraa fooyiitii natti muldhisi, ani'llee hujii kiyyaan amantii kiyya sitti ni mulidhisa» ni jedhaan.


Yaason'llee isaan ufitti fudhatee jira, ‹Yesus ka jedhamu nugufnni biraa ni jira› jedhaa'llee ajaja nugusa Roomaa, ni mormman.»


Eegaa naminni ka qulqullaawomu amantii qofaan uduu hin ta'in, hujii'llee dabalataan ta'uu isaa ni argita.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite