Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:23 - Waadaa Haarawa

23 Kitaaba Qulqulluu keessatti, «Abrahaam Waaqatti ni amane, amantiin isaa'llee qulqullaawoma ta'e ni laakkayameef» dubbiin jedhe ni raawwatame, haala kanaan Abrahaam, waahela jaalalloo Waaqaa ni jedhame.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

23 Kitaabni, «Abrahaamillee Rabbitti amanee qajeellummaa ta'ee laakkawameef» ka jedhe raawwatameeti; jaalallo Rabbii jedhame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Kitaabni, «Abrahaamillee Rabbitti amanee qajeellummaa ta'ee laakkayameef» ka jedhe raawwatamee jaalallo Rabbii jedhame.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:23
22 Referans Kwoze  

Kun'llee, «Abrahaam Waaqatti ni amane, amantiin isaa'llee qulqullaawome ta'ee ni laakkayameef» jedhamee, akkuma barreeffame.


Waaqinni durssee ummata filate hin ganneen, Kitaabnni Qulqulluun waayee Eliyaas maal akka jedhe, hin yaadattan ree? Akkuma kana Eliyaas ummata Israa'eelii Waaqa duranatti, maal jedhee akka isaan himate, hin beekittan ree?


Garuu Yesus Kristostti amanu'uun ka argamu dubbii abddi'ii worra amananiif akka kennamu kitaabnni Qulqulluun akka jedhutti, biyyi lafaa guutuun cubbu'uuf bitamu'uun, hidhamaa cubbu'uu ta'ee jira.


Sababa kanaan kitaaba qulquluu keessatti waayee nugusa Gibxii, «Si'iin huminnaa kiyya muldhisu'uu fi maqaan kiyya'llee arddii mara irratti akka beekamu taasisu'uuf, si mootomssee jira» dubbiin jedhu, barreeffamee jira.


Inni'llee, «Kunoo! ka amma yoo dubbifamu dhageettan dubbiin kitaaba Qulqullu'uu kun, adha ni raawwatame» isaaniin ni jedhe.


Yesusiin woliin'llee shifttoota lamaa fidanii tokko mirga isaatiin, tokko'llee bitaa isaatiin ni fannisan. [


«Haa ta'u malee, ‹dhagaan kaabddonni tuffataniin, mataa cabssata› » ni ta'e.


Kitaaba Qulqulluu keessatti, «Kunoo! Ka filatamee fi kabajamaa ka ta'e, dhagaa cabissataa Xiyooniin ni kaaya, ka isatti amanu'llee hin saalifatu» dubbiin jedhu barreeffamee arigama.


Kitaabnni Qulqulluun marrinuu eemarittii Hafuura Waaqaatiin ka barreeffame, isaan dhugaa barsiisu'uuf, worra dogoggoran itti baanachu'uuf, dogoggora sirreessu'uu fi eemarittii jireenna sirrii ta'eef tolu kennu'uuf ni fayyada.


«Yaa obboleeyyan, waayee Yihudaa namoota Yesusiin qabaniif durssaa ta'ee, Hafuurri Qulqulluun durssee afaan Daawiitiitiin ka dubbate, dubbiin kitaaba Qulqullu'uu raawwatamuu qaba ture.


Eegaa naminni ka qulqullaawomu amantii qofaan uduu hin ta'in, hujii'llee dabalataan ta'uu isaa ni argita.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite