Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:22 - Waadaa Haarawa

22 Kanaaf amantiin hujiin woli'iin wolii akka turee fi amantiin'llee huji'iin muda maleessa akka ta'e, ni argitaa ree hin?

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

22 Amantaan hujii woliin akka wol gargaara'aa ture, amanta'aan hujiin akka raawwatame argitaa?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Amantiin hujii woliin akka wol gargaara'aa ture, amanti'iin hujiin akka raawwatame argitaa?

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:22
8 Referans Kwoze  

Waaqa keennaa fi Abbaa keenna duranatti amantiin keessan ka hojjatu, jaalalaaf ka raawwattanii fi Gooftaa keenna Yesus Kristositiin abddii qabddan obissaan eeggachuu keessan, nu'u uduu addaan hin kutin ni yaadanna.


Yesus Kristosiin ka jiraatuuf jaalala irratti hunddaayee amantii hojjatu malee, gadoomuu ta'ee gadoomuu dhaabuun, faayiddaa woyiituu isaa hin kennu.


Garuu dubbii Waaqaatiif ka ajajamu marrinuu jaalallitti inni Waaqaaf qabu muda maleessa, dhugaamaanuu ka isaan jiraannu ta'uun keenna'llee ka beekkamuun kanumaan,


Garuu, «Ati amantii ni qabdda, Ani'llee hujii mishaa ni qaba» ka jedhu yoo jiraate, «Amantii kee hujii irraa fooyiitii natti muldhisi, ani'llee hujii kiyyaan amantii kiyya sitti ni mulidhisa» ni jedhaan.


Yesus'llee, «Hujiin Waaqaa ammoo ka Waaqinni ergetti amanu'u» jechu'uun, isaanii ni deebise.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite