Ergaa Yaaqoob 2:21 - Waadaa Haarawa21 Abbaan keenna Abrahaam ilma isaa Yisihaaqiin furdda irratti Waaqaaf kitimaa taasise yeroo dhiyeessetti, ka qulqullaawome huji'iinii mitii ree? Gade chapit laWAADAA LAMMATAA21 Abbaan keenna Abrahaam Yisihaaqiin ilma ufii ciinca'aaf hennaa dhiyeesse huji'iin hin qajeelaa hin taanee? Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Abbaan keenna Abrahaam ilma ufii Yisaaqiin hennaa ciinca'aaf dhiyeesse huji'iin qajeelaa hin taanee? Gade chapit la |
Kanaaf abddiin ka hundaaye amantii irratti ture, abddiin kun'llee fiixaa Abrahaamii maraaf Waaqaa irraa kennaa isaa ka bilisaatiin ka isaaniif kenname ta'uun isaa, kanaan mirkanaayee jira. Kun'llee namoota seera horddofan qofaaf uduu hin ta'in worra akka Abrahaamii amanan maraaf, akkaataa kanaan'llee Abrahaam abbaa nu mara keennaa ni ture.