Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:2 - Waadaa Haarawa

2 Fakkeennaaf naminni lamaa gara bakka itti wolgeettanii titti ni dhufan, tokkochi quba isaa titti qubee worqqi'ii ka godhatee fi uffata bareedu faayaa ka uffatee jiru dureessa, ka bira'aa uffata xuraaye moofaa ka uffate hiyyeessa,

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

2 Namni uffata bareedaa uffatee, qubee worqi'ii godhatee, walgayii keessan yoo seeneef, hiyyeessi uffata xurii uffate ammoo yoo seene,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Namni uffata bareedaa uffatee, qubee worqi'ii godhatee, wol gayii keessan yoo seenee fi hiyyeessi uffata xurii uffate ammo yoo seene,

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:2
9 Referans Kwoze  

Abbaan isaa garuu tajaajilttoota isaa waamee akkana jedhe, ‹dadafa'aatii uffata maraa caalu fida'aatiifiitii itti uffisaa! Quba isaa titti qubee, miila isaa titti'llee kophee godha'aafii!


Heerodis'llee lolttoota isaa woliin ta'ee tuffi'iin itti ni baldde, uffata faaya itti uffisee'llee deebisee gara Philaaxosii ni ergeen.


nama uffata faayaa bareedaa uffate kabaju'uun, «Asi bakka mishaa kana taa'i» ni jettaniin, hiyyeessan garuu «Ati ammoo achi dhaabadhu, yookiin miila kiyya jala taa'i» ni jettaniin,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite