Ergaa Yaaqoob 2:19 - Waadaa Haarawa19 Ati, «Waaqinni tokkochi jira» jettee ni amantta, kun'llee misha'a, amanuu ammoo jinniiwwan'llee ni amanan, soda'aan'llee ni hollatan. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA19 Rabbi akka tokko ta'e ati hin amanta. Mishaa goote jinniinillee akkasuma hin amana; hin sodaata. Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Rabbi akka tokko ta'e ati hin amanta. Waan mishaa garuu jinniinillee akkasuma hin amana; hin sodaata. Gade chapit la |
Ka isaanitti murteeffamu ta'uu yeroo baayi'een duranatti ka isaanitti barreeffame, namoonni tokko tokko gara keessan huluuqanii aseenanii jiran, isaan'llee kennaa Waaqaa ka bilisaa gad dhiifamammuma'aan ka jijjiiran, Waaqa worra hin waaqeffanne, inni qoftti bulichaa keennaa fi Gooftaa keenna ka ta'e, Yesus Kristosiin'llee ni waakkatan.