Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:17 - Waadaa Haarawa

17 Kanaaf, amantiin hujii misha'aan adda baye ka du'e.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

17 Akkasuma amantaan hujii hin qabne yoo jiraatte amantaan sun ta duute.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

17 Eegasuu amantiin huji'iin hin mudhanne yoo jiraatte amantiin sun ta duute.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:17
9 Referans Kwoze  

Qaaminni lubbuu malee ka du'e, akkuma kana amantiin hujii irraa adda baye ka du'e.


Yaa obboleeyyan! Naminni amantii ni qaba yoo jedhe, garuu amantii isaa hujii misha'aan yoo ibisuu dhabaate maal isaa fayyada? Amantiin isaa hoo isa fayyisu'uu ni danda'aa ree?


Kaayyoon ajaja kanaa garuu onnee Qulqullu'uun, sammuu misha'aa amantii dhuga'aa irraa jaalala argamu.


Eegaa amantiin, abddii fi jaalallitti, isaan sadiin kunniin jabaatanii ni jiraatan, garuu isaan kanniin keessaa ka caalu jaalala.


Waaqa keennaa fi Abbaa keenna duranatti amantiin keessan ka hojjatu, jaalalaaf ka raawwattanii fi Gooftaa keenna Yesus Kristositiin abddii qabddan obissaan eeggachuu keessan, nu'u uduu addaan hin kutin ni yaadanna.


Waan qabu maraa hiyyeesotaaf yoo qoode, foon kiyya'llee uduu hin hafin ibiddaan akka gubatu dabarssee uduu kennee, jaalala yoo hin qabaatin, womaayyuu ana hin fayyadu.


Yesus Kristosiin ka jiraatuuf jaalala irratti hunddaayee amantii hojjatu malee, gadoomuu ta'ee gadoomuu dhaabuun, faayiddaa woyiituu isaa hin kennu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite