Ergaa Yaaqoob 2:16 - Waadaa Haarawa16 isin keessaa tokko waan jireenna isaaniitiif isaan barbaachisu uduu isaanii hin kennin, «Nagayaan deemaa! Isinitti haa oo'u! Quufaa!» yoo isaaniin jedhe, maal isaan fayyada? Gade chapit laWAADAA LAMMATAA16 Isin keessaa tokko worra waan nyaatu dhabeen nagayaan deemaa quufaa ibidda oo'ifadha'a quufaa uduu isaaniin jettanii waan nafa isaaniitiif barbaachisu yoo hin kennineef bu'aa maal isaanii qaba? Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 «nagayaan deemaa'a; quufaa ibidda oo'ifadhaa'a! quufaa'a!» uduu isaaniin jettanii waan nafa isaaniitiif barbaachisu yoo hin kennineef bu'aa maal isaanii qaba? Gade chapit la |
Yesus barattoota isaa waamee, akkana isaaniin ni jedhe, «Namoonni kunniin ana woliin guyyaa sadihi waan turanii fi waan nyaatan'llee waan hin qabnneef garaa isaaniif ni laafa, Yoo deemanitti'llee karaa irratti dadhabanii akka hin kufnneef, uduu womaa hin nyaatin, isaan geegessu'uuf hin barbaadu» jedhe.