Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 2:10 - Waadaa Haarawa

10 Naminni ajajoota keessaa tokko diigee ka hafan maraa yoma raawwatee, marumaayyuu akka waan diigee titti ni laakkayama.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

10 Namni seera maraa eegee, tokko yoo cabse eennullee yoo jiraate maraanuu yakkamaa ta'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Namni seera maraa eegee tokko yoo cabse eennullee yoo jiraate maraanuu yakkamaa ta'a.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 2:10
8 Referans Kwoze  

«Kitaaba seeraa titti ajajoota barreeffaman mara keessattuu jabaatee ka ittiin hin jiraannee fi ka isaan hin raawwanne marrinuu, ka abaarame» jedhamee waan barreeffameef, «Seera raawwachu'uun ni qulqullaayoma» worri jedhan marrinuu, ka abaaraman.


«Gadoomuu ana barbaachisa» jedhee ka gadoomu marrinuu, dirqama Seera guutuu raawwachu'uu ni qaba jedhee, irra deebi'ee ufi isin ni eeggachiisa.


Nu'u marri keennaa yeroo baayi'ee ni dogoggorra, haasaya isaatiin ka hin dogoggorre inni qaama isaa toowachu'uuf ka danda'u, nama muda maleessa.


Kanaaf yaa obboleeyyan! Waamamuu keessan fi filatamuu keessan mirkanneessu'uuf caala'atti worra hawwitan ta'aa, kana yoo raawwattan gonkumaa hin gufattan.


Akka hin kufnne ka isin taasisu'uu fi worra ashaa hin qabnne isin taasisee gammachu'uun ulfinna isaa duranatti isin dhiyeessu'uuf ka danda'u,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite