Ergaa Yaaqoob 1:26 - Waadaa Haarawa26 Arraba isaa uduu hin toowatin Waaqa ni waaqeffadha naminni jedhu, ufi ni soba, waaqeffannaan isaa'llee tasa. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA26 Namni arraba ufii uduu hin eenne, onnee ufiitiin dogoggora'aa waan Rabbiin kaddaamu fakkaatu eennullee yoo jiraate, kaddaamuun isaa duwwa'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu26 Namni arraba ufii uduu hin eenne onnee ufiitiin dogoggora'aa waan Rabbiin waaqeffatu fakkaatu eennullee yoo jiraate, waaqeffannaan isaa duwwa'a. Gade chapit la |
Akka utuba'aa fakkaatanii durssitoonni mulidhatan Yaaqoob, Phexirosii fi Yohaannis'llee, Waaqinni kennaa isaa ka bilisaatiin carraa addaa ka tajaajilaa kana akka naaf kenne yeroo hubatanitti, anaa fi Baarnaabaasiin malikata nu'u woliin hirmmaachuu isaanii ka ta'e harka isaanii ka mirgaa nuuf ni kennan, nu'u gara ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee akka deeminuuf isaan'llee gara Yihudotaa akka deemaniif, wolii ni galan.