Ergaa Yaaqoob 1:25 - Waadaa Haarawa25 Garuu bilisa ka baasu seera muda maleessa qoratee isaan jabaatee ka dhaabatu, isa'llee dhagayee dagachuu uduu hin ta'in hujii irra naminni oolichu, hujii isaatiin ka eebbifame ni ta'a. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA25 Haata'uu ammoo seera wolaba isa baasu laalee huji'itti jabaatee ka hojjatu malee, dhagayee ka hin irraanfanne yoo ta'e huji'iin ka eebbifame ta'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Haa ta'uu ammo seera wolaba isa baasu laalee huji'itti jabaatee ka hojjatu malee, dhagayee ka hin irraanfanne yoo ta'e huji'iin ka eebbifame ta'a. Gade chapit la |
Eegaa arjjoomnnii Waaqaatii fi sodaachisummaa isaa laalaa, sodaachisummaan isaa ka muldhisu worra kufan irratti yoo ta'u, arjjoomnni isaa ka muldhisu garuu isiniif, kana'llee ka raawwatu isa amanu'uun isatti amanu'uun jabaattanii yoo jiraattan, jabaachuu yoo dhabaattan garuu isin'llee muramttanii ni kufttan.
Yaa'iin bakka woligayi'ii yeroo bittinnaayetti, namoonni gara worri Yihudotaa baayi'ee fi namoonni baayi'een gara amantii Yihudotaa galanii Waaqaaf sagadanii, Phaawulosii fi Barnaabaasiin ni horddofan, Phaawulosii fi Barnaabaas'llee namoota barsiisu'uun, kennaa bilisaa ka Waaqaatiin jabaatanii akka jiraataniif isaan ni yaadachiisan.