Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 1:24 - Waadaa Haarawa

24 Naminni kun fuula isaa daawi'ite'een eega laaleen duubatti ni deema, attami akka ta'e'llee bakkumatti ni irraafataan.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

24 Inni fuula ufii argee hin deema. Yoma san fuulli isaa maal akka fakkaatu hin irraanfata.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

24 Inni fuula ufii argee hin deema. Yoma san fuulli isaa maal akka fakkaatu hin irraanfata.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 1:24
8 Referans Kwoze  

eegaa wonittoonni kunniin marrinuu haala kanaan ka badan yoo ta'e, eegaa isin Qulqullumma'aan Waaqa Waaqeffachu'uun jiraachuun attam isin irraa hin malle ree?


Fariisichi laaqana isa afeere'llee kana yeroo argetti, «Naminni kun nabiyyii uduu ta'ee jiraateetii, dubarttiin miila isa haxxoofttu tun, eennuun akka taatee fi cubbamittuu attamii akka taate, ni beeka ture,» jechu'uun, onnee isaa titti ni yaade.


Waan kana ka dhagayan marrinuu, «Daai'minni kun maal ta'uuf danda'a?» jedha'aa, wol ni gaafatan ture. Kun'llee ka ta'eef gargaarissi Waaqaa, dhugamaanuu isaan woliin waan jiruuf.


Wongeela keenna ka isinitti himnne jecha qofaan uduu hin ta'in huminnaa fi Hafuura Qulqullu'uun, waayee wangeelaatiif'llee dhugaaleyyii ta'uun, isin woliin yeroo turretti'llee, isiniif jecha attamitti akka jiraanne ni beekittan.


Namoonni'llee maalalffatanii, «Kun ka bubbe'ee fi ka garb ciisaan'llee ajajamaniif, nama attamiit?» jedhan.


Dubbii isaa dhagayee hujii irra naminni hin oolichine, akka nama fuula uumama isaa daawi'ite'een, akka nama laaluuti.


Garuu bilisa ka baasu seera muda maleessa qoratee isaan jabaatee ka dhaabatu, isa'llee dhagayee dagachuu uduu hin ta'in hujii irra naminni oolichu, hujii isaatiin ka eebbifame ni ta'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite