Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 1:23 - Waadaa Haarawa

23 Dubbii isaa dhagayee hujii irra naminni hin oolichine, akka nama fuula uumama isaa daawi'ite'een, akka nama laaluuti.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

23 Ka dubbii Rabbii dhagayee hujii irra hin oolchine yoo jiraate, nama fuula ufii uf-arga'aan laallatu fakkaata.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Ka dubbii Rabbii dhagayee hujii irra hin oolchine yoo jiraate, nama fuula ufii uf arga'aan laallatu fakkaata.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 1:23
8 Referans Kwoze  

Gara kiyya ka dhufuu fi dubbii kiyya'llee dhagayee ka raawwatu, eennuun akka fakkaatu isinitti haa himuu,


Barsiisonni seeraatii fi Fariisonni'llee yakka Yesusiin ittiin himatan argachu'uuf barbaadanii, «Guyyaa Sanbbataatiin ka isa fayyisuun yoo ta'e mee haa laalluu» jedhanii, ni eeggatan ture.


Amma akka waan daawi'ite'een laalluu titti dimimisaan ni laalla, yeroo sanitti garuu ifaan ni argina, amma ka beekinnu gamisaan, yeroo sanitti garuu haga Waaqinni ana ka beeku beekkomissa guutuu ni qabaadha.


Naminni kun fuula isaa daawi'ite'een eega laaleen duubatti ni deema, attami akka ta'e'llee bakkumatti ni irraafataan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite