Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 1:20 - Waadaa Haarawa

20 Dallanisuun namaa Qulqullaawomaa Waaqaa hin argamissiisuutii.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

20 Aariin namaa qajeellummaa Rabbii hin hojjatu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

20 Aariin namaa qajeellummaa Rabbii hin hojjatu.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 1:20
5 Referans Kwoze  

Baanadhaa, baanii keessaniin garuu cubbuu hin hojjatinaa, baaniin keessan'llee uduu hin dhabamin aduun isinitti hin dhiyin.


Ani garuu isiniin ni jedha, obboleessa isaa irratti ka dallanu mara irrattuu ni murteeffama, akkuma kana obboleessa isaatiin, ‹ati ka faayiddaa hin qabnne!› jedhee, ka arrabssuun yaa'itti itti ni murteeffama, ‹gowwaa!› jedhee ka arrabsu mara irrattuu, ibidda asaabaatiin itti ni murteeffama.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite