Ergaa Yaaqoob 1:16 - Waadaa Haarawa16 Ka jaalatamttan yaa obboleeyyan! Hin sobaminaa! Gade chapit laWAADAA LAMMATAA16 Obboleeyyan jaalatamtoota, hin sobaminaa'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Obboleeyyan jaalatamtoota! hin sobaminaa'a. Gade chapit la |
Yaa waaheloota! Ani yeroo isin woliin turetti yeroo maraa ajajamoota akka turttan, gonkumaa amma yeroo isin irraa fagaadhee jirutti caala'atti ajajamoota akka taataniif isin ni yaadachiisa, Kanaaf tokko tokkoon keessan fayyinna keessan muda maleessa taasisu'uuf, soda'aa fi kabajaan hisadha'aatii hojjadhaa.