Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 1:13 - Waadaa Haarawa

13 Waaqinni waan hama'aan waan hin qoratamnnee fi akkuma kana inni eennuun'llee waan hin qormmaanneef naminni yeroo qormmaatamutti, «Waaqatu ana qormmaate» hin jedhin.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

13 Eennullee hennaa ataabame, «Rabbiin ataabame» hin jedhin; Rabbi hamtu'uun waan nama hin ataabneef, Inni ufiif eennuunillee hin ataabu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Eennullee hennaa ataabame, «Rabbiin ataabame» hin jedhin; Rabbi hamtu'uun waan nama hin ataabneef, Inni ufiif eennuunillee hin ataabu.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 1:13
9 Referans Kwoze  

Gooftaan akkaataa waadaa isaatiin waahellan isaatiif ka kennu gonfata jireennaa waan fudhatuuf, qormmaatcha obissee jabaatee naminni dhaabatu, ka eebbifame.


Yaa obboleeyyan! Qorammaanni gara garaa isin irra yoo gayutti, akka waan wonittoota gammachiisaa ta'an argattanii taasisa'aatii laakkayaa.


Yesus'llee deebisee, « ‹Gooftaa Waaqa kee hin qormmaatniin!› jedhamee barreeffamee jira» jedheen.


Garuu tokkoon tokkoon namaa ka qormmaatamu fedhii mataa ufiitiin yoo harkifamuu fi yoo sobame.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite