Ergaa Yaaqoob 1:12 - Waadaa Haarawa12 Gooftaan akkaataa waadaa isaatiin waahellan isaatiif ka kennu gonfata jireennaa waan fudhatuuf, qormmaatcha obissee jabaatee naminni dhaabatu, ka eebbifame. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA12 Namni ataabee keessatti ciniinnatu eebbifama'a. Inni hennaa ataabameen maayessa gatii jireennaa yookiin badhaasa Rabbi worra isa jaalatuuf waadaa gale san hin fudhata. Gade chapit laKitaaba Woyyuu12 Namni ataabee keessatti ciniinnatu eebbifama'a. Inni hennaa ataabameen maayessa gatii jireennaa yookaan badhaasa Rabbi worra isa jaalatuuf waadaa gale san hin argata. Gade chapit la |
Akkuma kana isaan worri obissaan jabaatanii dhaabatan, «Ka eebbifaman» isaaniin ni jenna, Iyyoob attamitti akka obisse dhageettanii jirttan. Gooftaan'llee muummee irratti waan mishaa isaaf raawwate argitanii jirttan, kanaan'llee Gooftaan dhiifama taasisa'aa fi gara laafessa ta'uu isaa beekittannii jirttan.