Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Ergaa Yaaqoob 1:11 - Waadaa Haarawa

11 Aduun oo'a isi'ii woliin yoo baayutti marga ni gossa, abaaboon'llee ni harca'a, bareenni isaa'llee ni bada, akkuma kana naminni dureessi hujii isaatiin yoo haafaye ni bada.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

11 Aduun oo'a woliin baati. Marga hin quursiti, daraaraan hin harca'a. Bareenni bifa isaallee hin bada. Akkasuma durreessillee karaa isaa ka jireennaa keessatti hin dadhaba.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Aduun oo'a woliin baati. Marga hin quursiti, daraaraan hin harca'a. Bareenni bifa isaallee hin bada. Akkasuma dureessillee jireennaaf uduu huji'iif raantayu bada.

Gade chapit la Kopi




Ergaa Yaaqoob 1:11
27 Referans Kwoze  

Haa ta'u malee yeroo aduun baatetti ni qaamaye, hidda gad fagaate waan hin qabnneef'llee ni goge.


Haa ta'u malee yeroo aduun baatetti ni qaamaye, hidda waan hin qabneef'llee ni goge.


Kana yoo raawwattan Tissichi ijoon yeroo muldhatutti, gonfanni hin banne ka ulfinnaa ni fudhattan.


Inni'llee ka hin badinne, ka tajaajilaan ala hin taanee fi qabiyyee hin moofinne sami'itti isiniif qopheesee jira.


Qabeenna biyya lafaa kanatti ka fayyadaman marrinuu, akka waan itti hin fayyadaminnee ta'anii haa jiraatan, haalli biyya lafaa ka ammaa kun dabrra'a.


Eegaa adha mulidhatee boru ibidda keessatti ka gatamu marga raasa'aa, Waaqinni akkanatti ka uffiisu yoo ta'e, isin worra amantiin isinitti dhidhate nana! Isin ammoo attamitti caalchisee isinitti hin uffifnne ree!


‹isaan kunniin muummee irraan dhufanii ka hojjatan saa'aatii tokko qofaaf, garuu guyyaa guutuu oo'a adu'uutiin gubata'aa, nu'u worra huji'iin dadhaba'aa oolleen woliin, wol qixa isaan taasftte.›


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite