Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Ergaa Yohaannis 4:3 - Waadaa Haarawa

3 Yesus Kristos nama ta'ee fooniin mulidhachuu isaa hafuurri hin amanne marrinuu Hafuura Waaqaatii miti, hafuurri kun'llee ni dhufa yoo jedhamu ka dhageettan hafuura mormmataa Kristositi, inni ammmaayyuu biyya lafaa keessa ni jira.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Ayyaanni Yesuus Kiristoos akka fooniin dhalate hin amanne maruu ka Rabbiitii miti. Innillee Ayyaana Kiristoosiin mormu. Kun akka dhufu dhageettaniirtu, ammumaa adunyaa keessa jira.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Ayyaanni Yesuus Kiristoos akka fooniin dhalate hin amanne maruu ka Rabbiitii miti. Innillee Ayyaana Kiristoosiin mormu. Kun akka dhufu dhageettaniirtu, ammumaa adunyaa keessa jira.

Gade chapit la Kopi




1 Ergaa Yohaannis 4:3
5 Referans Kwoze  

Eegaa Yesus Masihicha ta'uu ka waakkatu malee, sobaan eennu ree? Inni'llee mormmataa Kristositi, Waaqa Abba'aa fi Ilmaa'llee ni waakkata.


Yesus Kristos nama ta'ee fooniin mulidhachuu isaa ka hin amanne dogoggorstoonni baay'een, biyya lafaa irratti ka'aanii jiran. Naminni akkanaa kun soba'aa fi mormmataa Kristositi.


Yaa ijoolle! Kun yeroo muumme'eet, «Mormmataan Kristosii ni dhufa» yoo jedhamu dhageettanii jirttan, kunoo ammumaayyuu mormmatoonni Kristosii baayi'een ka'anii jiran, waayee kanaan yeroo muumme'ee ta'uu isaa ni beekinna.


Baayi'eewwn, ‹ani Masihi'i!› jedha'aa, maqaa kiyyaan ni dhufan, namoota baayi'ee'llee ni dogoggorssan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite