1 Ergaa Yohaannis 4:2 - Waadaa Haarawa2 Hafuura Waaqaa addaan baafittanii ka beekittan kanaan, Yesus Kristos nama ta'ee fooniin mulidhachuu isaa hafuurri amanu marrinuu, Hafuura Waaqati. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA2 Ayyaana Rabbii kanaan beettan. Yesuus Kiristoos akka fooniin dhalate Ayyaanni amanu maruu Ayyaana Rabbiiti. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 Ayyaana Rabbii kanaan beettan. Ayyaanni akka Yesuus Kiristoos fooniin dhalate amanu maruu Ayyaana Rabbiiti. Gade chapit la |
Dhossaan amantii keennaa shakkii malee ol aana'aa, inni'llee Waaqinni, «Nama ta'ee ni muldhate, dhugaa ta'uun isaa'llee hafuuraan ni beekkame, maleyikkootatti ni muldhate, ummatoota maraaf ni lallabame, namoonni biyya lafaa irra jiran marrinuu itti ni amanan, ulfinnaan gara sami'ii ol ni deebi'e» ka jedhu.