Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




1 Ergaa Yohaannis 2:3 - Waadaa Haarawa

3 Ajajoota Waaqaa ka raawwannu yoo taane, isaa ka beekinnu ta'uu keenna kanaanuu ni mirkaneessina.

Gade chapit la Kopi

WAADAA LAMMATAA

3 Nu yoo ajaja isaa eenne, akka isa beenne beenna.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Nu yoo ajaja isaa eenne akka isa beenne beenna.

Gade chapit la Kopi




1 Ergaa Yohaannis 2:3
26 Referans Kwoze  

«Ka ana jaalattan yoo taate ajaja kiyya eegaa,


Ani ajaja Abbaa kiyyaa akka raawwadhee fi jaalala isaatiin akka jiraadhu, isin'llee ajaja kiyya uduu raawwattanii, jaalala kiyyaan ni jiraattan.


Waaqa'llee jaalachuu jechuun ajajoota isaa raawwachu'u, ajajoonni isaa'llee ulffaattotaa miti.


«Waan ani isinitti himu hin raawwattan, eegaa, waayee maali'itiif yaa Gooftaa! Yaa Gooftaa! Jedha'aa ana waamitan?


Isin'llee waan ani isin ajaju uduu raawwattan, waaheloota kiyya.


Waaqinni Hafuura isaa waan nuuf kenneef isaan akka jiraannuu fi inni'llee nu keessa akka jiraatu, ni beekinna.


Muda maleessa ta'ee eega argameen duubatti'llee worra ajajaman maraaf, sababaa fayyiinsa bara baraa isaaniif ni ta'e.


Kanaan'llee dhugaaleyyii ta'uu keennaa fi gara Waaqa duranaa titti sodaa malee ufitti amanamumma'aan dhiyaachu'uuf, ka dandeennu ta'uu keenna ni beekinna.


Jireenni bara baraa'llee si qofa, ati qoftti Waaqa dhuga'aatii fi Yesus Kristosii ergite'llee, beeku'u.


Nu ka Waaqaa ta'uu keenna ni beekinna. Biyyi lafaa garuu marri isaatuu bitamaa sheexanaa ta'anii jiran.


Nu obboleeyyan keenna waan jaalannuuf du'a gara jireennaa titti ce'uu keenna ni beekinna. Jaalala naminni hin qabnne gaaddisa du'aa keessa ni jiraata.


«Ifin dukkana keessaan haa ifu!» jedhee ka dubbate, Waaqinni bifa Kristositiin ka ibisu ifa ulfinna Waaqaa beeku'uu akka nuuf kennuuf, ifin isaa onnee teenna keessatti akka ifu taasise.


Firii muka jireennaa irraa nyaachu'uu fi balbaloonni isi'iitiin'llee gara magaalatti'ii galu'uuf mirga akka qabaataniif, uffata isaanii ka miicatan ka eebbifaman.


Yaa abbootii, jalqabumaayyuu ka ture waan beekittaniiniif, isinii ni barreessa. Yaa dargaggoota, sheexana waan injiffattaniif isinii ni barreessa.


Kanaaf naminni Kristosiin jiraatu marrinuu cubbuu hin hojjatu. Naminni cubbuu hojjatu Kristosiin hin argineen yookiin hin beekinneen.


Yaa waahela kiyya! Jaalalli Waaqa biraa waan ta'eef ufii keenna wol haa jaalannuu, ka jaalatu marrinuu Ilma Waaqaati, Waaqa'llee ni beeka.


Ijoollee Waaqaa ka jaalannu ta'uu keenna ka beekinnu, Waaqa yoo jaalannee fi ajajoota isaa'llee yoo raawwanne.


Xarichi'llee dubarttii irraatti dallanee fiixaa isi'ii worra hafaniin woliin wol woraanu'uuf ni deeme, isaan'llee ajajoota Waaqaa worra eeggatanii fi Yesusiif'llee amanamumma'aan worra ragaa bayan.


«Ajaja Waaqaa worra eeggatanii fi Yesusiin'llee amanu'uun qulqullaawota jabaatan dhaabatan irraa, obissi eeggamu asi irratti.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite