1 Ergaa Yohaannis 1:8 - Waadaa Haarawa8 Cubbuu hin qabnnu yoo jenne mataa keenna ni sobinna. Dhugaan'llee nu keessa hin jiru. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA8 Cubbuu hin qabnu yoo jenne, uf sobna; dhugaanillee nu keessa hin jirtu. Gade chapit laKitaaba Woyyuu8 Cubbuu hin qabnu yoo jenne uf sobna; dhugaanillee nu keessa hin jirtu. Gade chapit la |
«Isin ijoollee abbaa keessan sheexanaati, fedhiin keessan'llee hawwii abbaa keessan raawwachu'u, inni'llee Jalqabumaa kaasee lubbuu ajjeesaa ture, dhugaan isa keessa waan hin jirreef dhuga'aan woliin wolitti dhufeenna woyiituu hin qabu, inni dharaalessaa fi abbaa dhara maraa waan ta'eef, dhara yeroo dubbatutti mataa isaa irraa kaasee ni dubbata.