1 Ergaa Yohaannis 1:1 - Waadaa Haarawa1 Jalqabumaayyuu ka ture waayee dubbii jireennaa isiniif ni barreessina, kun dubbii jireenna ka dhageennee fi ija teennaan ka argineen, ka laalee fi harka keennaan'llee ka qaqabnneen. Gade chapit laWAADAA LAMMATAA1 Waan dubbii jireennaa ka dura ture ka gurra keennaan dhageenne, ka ija keennaanillee arginee guuttannee laalle ka harka keennaanillee qaqqabne isinitti oddeessina. Gade chapit laKitaaba Woyyuu1 Waan dubbii jireennaa ka dura ture ka gurra keennaan dhageenne, ka ija keennaan arginee guuttannee laalle, ka harka keennaanillee qaqqabne isinitti odeessina. Gade chapit la |