Biblia Todo Logo
Bìoball air-loidhne

- Sanasan -




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:20 - WAADAA LAMMATAA

20 Waaqa keennaa fi Abbaa keennaallee baraa haga baraa ulfinni haata'u! Amiin.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

Waadaa Haarawa

20 Waaqa keennaa fi Abbaa keennaaf, baraa haga baraa titti, ulfinni haa ta'u! Ameen.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac

Kitaaba Woyyuu

20 Waaqa keennaa fi Abbaa keennaallee baraa haga bara baraa ulfinni haa ta'u! Amiin.

Faic an caibideil Dèan lethbhreac




Gara Worra Filiphisiiyusii 4:20
19 Iomraidhean Croise  

Waan ani isin seere maraa akka eegan barsiisaa'a. Ani hennaa maraa haga dhuma biyya lafaa isin woliin jira» isaaniin jedhe.


«Kanaaf, hennaa faateeffattan: Abbaa keenna ka samii jirtu, Maqaan kee haa woyyoomu;


Maruu isarraa, isaan, isaaf waan ta'eef, bara baraan isaaf ulfinni haata'u! Amiin!


Rabbii ufumatti ogummaa qabuu maqaa Yesuus Kiristoosiitiin baraa haga bara baraa ulfinni haata'u! Amiin.


Karaa woldaa Kiristaanaatii fi karaa Kiristoos Yesuusiitiin baraa haga bara baraa ulfinni Rabbiif haata'u! Amiin.


Badhaani Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii ayyaana keessan woliin haata'u. Amiin!


Ka ufumatti Waaqa ta'e, ka hin bannee fi hin mudhanne, mootii bara baraatiif galanninii fi ulfinni baraa haga baraa haata'u! Amiin.


ka ufummatti Waaqaa fi qorichaa, barootaan dura, ammaa haga bara baraa, maqaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin ulfinni, gaachenni, hunninii fi baalliin haa dhufu! Amiin.


Rabbii Abbaa isaatii akka hojjannuuf jeennata Abbaa isaatii gadicha akka taanu nu taasisee, baraa haga bara baraa ulfinninii fi hunni isaa haa ta'u! Amiin.


Sa'aatii san lafti guddiftee sochoote. Qachattiin kudhan keessaa harki tokko hin kufte. Sochii saniin namoonni kuma torbaa dhuman. Worri hafellee sodaatee Waaqa sami'itii ulfinna kennan.


Laagaa gudda'aan sa'aatiin murtii isaa waan gayeeruuf, Rabbiin sodaadhaa'a! Ulfinnallee isaa kennaa'a. Rabbii ardii, samii, galaanaa fi burqaa bisaanii uumeef sagada'aa jedhe.


Laagaa gudda'aan, «Hoolaa qalame sanii, hunni, durummaan, ogummaan, jajjabeenni, ulfinni, galanninii fi eebbillee isaa mala» jedhan.


«Amiin! eebbii, ulfinni, ogummaan, galanni, jajamuun, hunninii fi jajjabeennillee baraa haga bara baraa Waaqa keennaaf haata'u! Amiin!» jedhan.


Lean sinn:

Sanasan


Sanasan