Gara Worra Filiphisiiyusii 4:16 - WAADAA LAMMATAA16 Hennaa ani Tasolonqee jiru, harka tokkoo fi lama waan na barbaachisu naa ergitanii turtan. Faic an caibideilWaadaa Haarawa16 Tasaloonqe'etti'llee rakkinni akka narra gaye beekittanii, irra dedeebtanii gargaarssa naaf ergitanii jirttan. Faic an caibideilKitaaba Woyyuu16 Hennaa ani Tasolonqee jiru harka tokkoo fi lama waan na barbaachisu naa ergitanii turtan. Faic an caibideil |