Gara Worra Filiphisiiyusii 1:30 - WAADAA LAMMATAA30 Rakkinnuma narratti dhageettanii fi argitan santu isin irrallee gayeera. Faic an caibideilWaadaa Haarawa30 Kanaf amma anaan woliin qoodamtoota rakkinnaa taatanii jirttan, rakkinni kun'llee asiin durana narra gayee ka argitanii fi amma'llee ka narra gaye ta'uu ka dhageettan. Faic an caibideilKitaaba Woyyuu30 Rakkinnuma na irratti dhageettanii fi argitan santu isin irrallee gayeera. Faic an caibideil |
Eeganaa raattota hagana gayan, naannaya kenna eeganuu jiraatan, nullee akkasuma ba'aa maraa, cubbuu daddafee nu marsu balleessinee, Yesuusii mataa amantaa keennaatii fi raawwataa ta'e laala'aa, fiigicha afoo keenna jiru obsaan haa fiinnuu. Inni salphinna tuffatee gammachuu afoo isaa jiruuf fannoo irratti obsee teessoo mirga Rabbii waan taa'eeruuf.