Gara Worra Filiphisiiyusii 1:25 - WAADAA LAMMATAA25 Kanniin hubadheeti isin biratti deebi'ee jiraachuun kiyya, isin anaan dhaadachuun keessan, Yesuus Kiristoosiin keessatti akka guddatu. Faic an caibideilWaadaa Haarawa25 Kanatti amantiin ani du'a irraa hafee amantiin keessan akka guddatuu fi gammachuu akka argattaniif, isin mara woliinuu akka turu ni beeka. Faic an caibideilKitaaba Woyyuu25 Kanniin hubadhee isin biratti deebi'ee jiraachuun kiyya, isin anaan dhaadachuun keessan, Yesuus Kiristoosiin keessatti akka guddatu. Faic an caibideil |